Harar

  • Gosa Itoophiyaa keessatti Oomishame

  • Olka'insa Galaana iraa Meetra 1510-2120

  • Halluu Hambarii

  • Guddina- ulfina giddu galeessa ta'e irra caalaa xiyyoon isaa qara kan ta'e

  • Dhandhama laafaa fi asiidumma gidduu galeessaa, dhandamina Mokkammaa tiin kan beekamu